OPP

Oromia Prosperity Party

Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News
Ethio News

Humna Walootiin Badhaadhina Waloo Mirkaneessina!
Date 2024-02-08
thumb
Seenessi Waloo Biyya Itti Fufsiisa
Date 2023-12-29
thumb
Mareefi araarri biyyaalessaa daandii sirrii Badhaadhinaan nu gahu.
Date 2022-08-19
thumb
Imala badhaadhina keenyaa kallattii hundaan hirmaannaa ummataan milkeessaa jirra.
Date 2022-08-01
thumb
Imalli Badhaadhinaa milkaa’inaan itti fufeer
Date 2022-07-12
thumb
Danqaan Kamuu Duubatti Nun Deebisu
Date 2022-07-13
thumb
thumb
Facebook news

Bal'inni lafa keenyaa midhaaniin uwwifamuu dabalaa deemaa jira" MM FDRI Dr Abiyyi Ahmad

Photo 2024-05-23

Ministirri Muummee FDRI Dr.Abiyyi Ahmadii fi Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Godina Baalee Aanaa Sinaanaa ganda Salqaatti qamadii kilaastaraan misoomaa jiru daawwataniiru.Godina Baaleetti qonna Afraasaatiin lafti hektaara kuma 221 ta'u omishaalee garagaraatiin misoomaa jira.

thumb
Facebook news

"Nageenya, tokkummaa fi diinagdee jabeessuuf gahee keenya bahachuu qabna" MM Dr. Abiyyi Ahimad

Photo 2024-05-08

Ministeerri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad har’a magaalaa Naqamteetti argamuun labsii Nageenyaa, Tokkummaa fi Diinagdee labsaniiru

thumb
Facebook news

Bitootessi 24, guyyaa seena qabeessa biiftuun bilisummaa Itoophiyaanotaaf baate!

Photo 2024-04-04

Bitootessi 24, guyyaa seena qabeessa biiftuun bilisummaa Itoophiyaanotaaf baate!

thumb
Facebook news

Konfiransii Paartii Badhaadhinaa Sadarkaa Naannootti gaggeeffamuuf qophiin hundi xummuramaa jira.

Photo 2024-03-21

Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyoolessa marsaa 6ffaa irratti waadaa maanifeestoo isaatin ummataa galeefi murtoo yaa’ii jalqabaa ka’umsa godhachuudhan, akka paartitti hojilee gama ijaarsa biyyoolessaa, tokkummaa sab-daneessafi obbolummaa, akkasumas, gama misooma dinagdeefi hawaasummaa, dameewwan misoomaa birootin milkaa’inoota galmeessaa tureefi qormaatilee hojii keessatti isa mudatan addaan baasuun kallattii fuula duraa kaa’uf sadarkaa naannootti konfiransii gaggeeffamuuf qophii barbaachisaan taasifamuurratti argama.

thumb
Facebook news

Photo 2024-03-11

Dhuguu Hundi Liqimsuu Qabu! "Kaayyoon jijjirama kanaa inni hangafaa Itoophiyaa ofiishee waliin, ilmaan ishee waliin, aadaa ishee waliin, seenaa ishee waliin, sabdaneessummaa ishee waliin, guddummaa ishee waliin, qabeenya uumamaa ishee waliin walitti araarsuudha!" Dr. Abiy Ahmed Ali

thumb
Facebook news

𝗜𝘁𝗼𝗼𝗽𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗶𝗻𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶...

Photo 2024-03-05

- Wal qixxummaa fi fayyadamummaa waloo saboota, sablammootaa fi ummattootaa haala mirkaneessuun, - Eenyummaa sabaa fi tokkummaa biyyoolessaa haala kabajuun, - Seenaa dhugaa fi seenessa walootiin akkasumas aarsaa hunda keenyaatiin faayamnee gara badhaadhinaatti ni imalla!

thumb
Facebook news

Adwaa, Injifannoo Uummata Gurraachaa!

Photo 2024-03-01

Adwaan injifanInjifannoon Adwaa kan milkaa’e tokkummaa waloo Itoophiyaanota hundaatiin waan ta’eef gara fuulduraatti, guddinaa fi badhaadhina biyya keenyaa mirkaneessuuf miira biyyaalessummaa ol’aanaadhaan utubamnee, Itiyoophiyaa cimtuu seenaa fi kabaja isheef malu mirkaneeffatte uumuuf tokkummaaf qindoominaan socho’uun murteessaadha.noo tokkummaa Itoophiyaanota hundaatiin argame, uummata gurraachaa hundattis kabaja horedhedha.

thumb
Facebook news

Badhaadhinni Waloo Biyya Ijaara

Photo 2023-12-29

Biyya Dhiiga Lolaasnee fidnee fi Lafee Qeerrof Qarree Itti Dhume Saamichaan Diiguun Hin Dandawu

thumb
Facebook news

Kaayyoo Seenessa Biyyoolessaa

Photo 2023-12-27

Kaayyoo Seenessa Biyyoolessaa 1. Biyya Cimtuu Ijaaruu 2. Siyaasa Tasgabaaye Uumuu 3. Nageenya Tasgaabaaye Uumuu 4. Badhaadhina Eegalle Gara Fuulduraatti Ceesisuu Ijaarsi Badhaadhinni Ijaaru 1. Sirna(System) 2. Jaarmiyaa(Inistitution) 3. Organization (Dhaabbata) 4. Gurmaa’insa(Structure) Kaayyoo Seenessa Biyyoolessaa 1. Biyya Cimtuu Ijaaruu 2. Siyaasa Tasgabaaye Uumuu 3. Nageenya Tasgaabaaye Uumuu 4. Badhaadhina Eegalle Gara Fuulduraatti Ceesisuu

thumb
Facebook news

Qamadii Bona Oomishuun Guddina Biyya Keenyaa Saffisiisa!

Photo 2023-12-12

Biyya tokkoof misoomni wiirtuu lafee dugdaa guddina biyyaaf murteessaa waan ta'eef biyyoonni Addunyaa baay'een xiyyeeffannoo isaanii hojii qonnaa irratti taasisuun hirkattummaa jalaa ba'uu bira darbanii wabii midhaan nyaatanaan of danda'uun galii biyya isaanii fooyyessaniiru.

thumb
Facebook news

Sab-daneessi biyya keenyaaf

Photo 2023-12-04

Sirni federaalaa sab-daneessi biyya keenyaaf filannoo osoo hin taane dhimma tokkummaa biyyaa itti fufsiisuuti. Akkuma beekamu saboonni, salammoonniifi uummattoonni biyya keenyaa waggoota hedduuf eenyummaa, aadaafi afaan isaanii dagaagfachuu akkasumas mirga ofiin of bulchuu sarbamuun eenyummaa qeenxee dirqamaan hordofaa turuun yaadannoo yeroo dhiyooti.

thumb
Facebook news

Federaalizimii Dhugaa Gaaffii Sabootaa Deebise

Photo 2023-11-23

Paartiin Badhaadhinaa waggoota darban keessa sirna federaalizimii dhugaa dimokiraasiin utubame, saboota, sabllammootafi uummattoota biyyattii wal-qixa hirmaachise, garaa garummaafi heddummina keessummeessuu, obbolummaafi tokkummaa cimsu hojiirra oolchudhaan Paattii gaaffii uummataa deebiseedha.

thumb
Facebook news

Manni Maree Idilee 4ffaa

Photo 2023-11-14

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walgahii Idilee 4ffaa waggaa 3ffaa isaa eegalee jira

thumb
Facebook news

Ummanni keenya baroota dheeraaf magaalaa baqachaa ture.

Photo 2023-11-14

Magaalli lafa eenyummaa isaatiin itti xiqqeeffamu, omisha isaa bilaashaan itti gatuufi lafa isaa irraa itti buqqa’u ture. Hariiroon kun akka sabaatti dhiibbaa guddaa nurraan gahaa tureera. Sababni isaas, magaalaa irraa fagaachuun, dhimmoota akka saayinsii, teeknoolojii, siyaasa, artii, daldala, tajaajilaafi kkf irraa fagaachuu waan tureefi

thumb
Facebook news

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Buusuuf Tattaaffii Eegale Cimsee Itti Fufa

Photo 2023-11-10

Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa raawwii hojii mootummaa gurguddoo kurmaana 1ffaa bara 2016 irratti miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa karoorri xiiqii bara 2016 qabame saffisa, qulqullinaafi baay’inaan inisheetiiviiwwan bocamaniin tumsamee hojiirra olaa jiraachuu ibsaniiru.

thumb
Facebook news

Paartiin keenya hariiroo alaa cimaa ta'e mirkaneessuuf xiyyeeffannaa kennee hojjataa jira.

Photo 2023-10-18

Biyyi kabaja hin qabne faayidaa biyyaalessaa ishee eegsiisuu akka hin dandeenye paartiin keenya sirriitti hubata. Kanaafuu, seenaan Itoophiyaa fi tokkummaan akkasumas kabajni lammiiwwaniifi abdii ishee kan calaqqisu walii galtee waliinii kabajaadi faayidaa biyyaa kan eegsisu imaammata dhimma alaa qindaa’aafi giddugaleessa tokkoo hojiirra ni oolcha. Kanaafuu, dogoggorootaa fi hanqinoota adda baasuu, sirreessuufi guutuun cimina itti fufsisuun xiyyeeffannaa imaammata alaa paartii keenyaati

thumb
Facebook news

Sirna diimokiraasii badhaadhina hunda galeessaaf!

Photo

Paartiin keenya Paartiin Badhaadhinaa Itoophiyaa keessatti sirna diimokraasii dhugaa lafa qabsiisuuf cichee hojjechaa akka jiru ni beekama. Sirna diimokraasii dhugaa diriirsuun badhaadhina biyyaa galmaan gahuuf baayyee murteessaa akka ta'es Paartiin keenya ni amana.Kanaaf Paartiin keenya duudhaalee sirna diimokiraasii gabbisuu fi cimsuudhaan sirna diimokiraasii dhugaa sadarkaa hundatti diriirsuuf kan yeroo kammiiyuu caalaa hojjachuu irratti argama. #Badhaadhina

thumb
Facebook news

𝗜𝗿𝗿𝗲𝗲𝗰𝗵𝗶 𝗠𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼 𝗡𝗮𝗴𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶!

Photo 2023-10-03

Ayyaanni Irreechaa tokkummaa Oromoo cimsuu, sabaa fi saba-lammoota waliitti fiduu, akkasumas biyyarra ce’ee hariiroo uummattoota biyyoota garaa garaa waliin qabnu jabeessuu fi tuuristoota baay’inaan harkisuudhaan walitti dhufeenya lammiileetiif gumaacha bakka buutee hin qabne taasisaa jira. Faajjii tokkummaa fi obbolummaa kan ta’e irreechi dirree nagaa fi nageenya itti labsan, araara itti buusan fi walooma itti cimsatanudha. Kanaaf, Irreecha mallattoo nageenyaa ta’e kana milkiin kabajuuf hunduu gahee keenya haa bahannu!

Youtube Video
Facebook
On Going Projects
List of projects
OPP head office location